Tajaajilaa fi Sagantaale
Waldaan hawaasa Oromoo Koloraadoo tajaajila armaan gadii ni kenna:
- gargaarsa hawaasummaa fi kolu galtumma baqattoota Oromoo haaraaf
- tajaajila barnootaa fi hubannoo fayyaa hawaasaa guddisu
- sagantaa dargaggoo humneessu
- sagantaa manguddoo jajjabeessu
- sagantaa dubartoota jajjabeessu
- sagantaa ispoortii fi aadaa
- tajaajila mirga namoomaa